Gurmaa insa caasaa haaraa. Naannoo Oromiyaatti caaseffamni bu

Gurmaa insa caasaa haaraa. Naannoo Oromiyaatti caaseffamni bulchiinsa haaraa gandaa fi aanaa hojii irra oolfamuu eegalameera. Pirezidaantiin MNO obbo Shimallis Abdiisaa akka jedhanitti, caasefamne manneen hojii haaraa irra deebiin gurmaa'e faayidaafi fedhii ummtaa, haala dinagdee, hawaasummaafi siyaasaa jiru giddu galeessa godhachuun kan hojjetame ta'uu ibsuun hojiifi nama wal qunnamsiisuu, sekteroonni akka wal to'atan gochuuf kan hojjetame ta'uu kaasniiru. Gurmaa’insaa fi Caaseffama haaraa Gandootaa 2. Jan 23, 2025 · Rakkoon nageenyaa toora daangaas ta'e ifaajeen tajaajila argachuuf fageenya deemaa turan Gurmaa'insa haaraa Caasaa Gandaan furamaafii jiraachuu Aanaa Feb 27, 2023 · Gurmaa’iinsa haaraa kana keessatti godinni Booranaa Bahaa bifa haaraatiin yemmuu gurmaa’u teessoon godina Gujii, Adoolaa Reeddee ta’ee teessoon godina Booranaa immoo magaalaa Yaabeello akka Feb 20, 2025 · Mootummaan Naannoo Oromiyaa fedhii fi Faayidaa Ummataa mirkanneessuuf Gurmaa’insa caasaa Gandaa Haaraa hojirra oolchuun ni yaadatama. Haaluma kanaan Gurmaa’insi Caasaa Gandaa Haaraan Kenna tajaajilaa si’ataa fi qulqullina qabu Ummataaf kennuu fi rakkoolee bulchiinsa gaarii sadarkaan jiran furuuf gargaara jedhameera. Sep 28, 2024 · Yeroo ammaas aanaalee Oromiyaa hunda keessatti gurmaa’insa caasaa gandaa haaraan ramaddiin hoggansaaf kennamuun hojiitti galamaa jira. Qajeelfama foo’annoo fi ramaddii hooggansaa fi Hojjetaa 4. Tuuriizimiin Dinagdee Itiyoophiyaa keessatti gumaachi oomishaa waliigalaa biyyaa keessaaf qabu, carraa hojii uumuu fi sharafa alaa argamsiisuun utubaa guddinaa daran barbaachishaadha. Magaaloota Gandoota Gandaa Aanaalee Sadarkaa Baadiyyaa Magaalaa Aanaa Gurmaa’insa Haaraa Aanaalee. Kana ilaalchisuun itti gaafatamaan wajjira Paartii Sep 23, 2024 · Mootummaan keenya ammoo, Mana Maree Gandaa/Araddaafi Mana Maree Yubootaa, caasaa qaama gurmaa’insa haaraa kanaa ta’e Mootummaa Gandaa keessatti dabaluun, ummanni mirga kana qabatamaatti akka shaakalu carraa mijeessee jira. #Oromia #Ethiopia Kutaa Lama Gurmaa’insa, Aangoofi Hojii Manneen Hojii Qaama Raawwachiisaa Aanaa Kutaa Xiqqaa Tokko Gurmaa’insa Qaamolee Raawwachiisaa Aanaa 5. Ministeera Hojii fi Kalaqaa . Hagayya 29/2016 (TOI) - Naannoo Oromiyaatti gurmaa'insi bulchiinsa gandaa fi aanaa hojiirra oolaa jiru ummanni tajaajila mijataa fi gahumsa qabu dhiyeenyatti akka argatu kan taasisu ta'uu Waajjirri Paartii Badhaadhinaa damee Oromiyaa beeksise. Ministeera Tuurizimii 6. Sep 2, 2024 · Gurmaa’insi haaraan kun rakkoolee bulchiinsa gaarii furuufi misooma itti fufiinsa qabu mirkaneessuuf shoora ol’aanaa qabaachuu eerameera. Finfinnee, Fulbaana 26/2014 (TOI) – Gurmaai’insa aangoo Qaamolee Hojii Raawwachiiftuu fi Hojmaataa Mootummaa Federaalaa Diimookiraatwaa Rippaablika Ityoophiyaan haaraan Manneen hojii Ministirootaa 22 ta’uun dhiyaataniiru. Ministeera Indaastirii 3. Labsii gurmaa’insa Aangoo fi Gahee hojii Gandoota Baadiyyaa 3. Gurmaa’insi caasaa haaraa bulchiinsa gandaa kun har’aa jaqlabee hojiirra ooluu eegaluu ibsameera. Godina Shawaa Bahaa, Aanaa Lumeefi Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Alaltuufi Qimbibiititti imaluun haala gurmaa’insi caasaa gandaa irra jiru Piresidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shiimallis Abdiisaafi Jun 28, 2024 · Hojimaata Gurmaa’insa Handaa Qophaa’an 1. Mini Sep 28, 2024 · Mootummaan keenya ammoo, Mana Maree Gandaa/Araddaafi Mana Maree Yubootaa, caasaa qaama gurmaa’insa haaraa kanaa ta’e Mootummaa Gandaa keessatti dabaluun, ummanni mirga kana qabatamaatti akka shaakalu carraa mijeessee jira. Manni Maree Gandaa, qaama ummataan filatamu yoota’u, sadarkaa Gandichaatti abbaa aangoo ol’aanaadha. Ministeera Qonnaa 2. Manni Maree Gandaa, qaama ummataan filatamu yoo ta’u, sadarkaa Gandichaatti abbaa aangoo ol’aanaadha. Oct 6, 2021 · Finfinnee, Fulbaana 26, 2014 (FBC) – Gurmaai’insa aangoo Qaamolee Hojii Raawwachiiftuu fi Hojmaataa Mootummaa Federaalaa Diimookiraatwaa Rippaablika Ityoophiyaan haaraan Manneen hojii Ministirootaa 22 ta’uun dhiyaataniiru. Maanuwaalii hooggansa Gandaa 6. Gurmaa’insa Qaamolee Raawwachiisaa Aanaa Qaamoleen raawwachiisaa Bulchiinsa Aanaa kanneen armaan gadii ta’u: 1) Mana Maree Bulchiinsaa; 2) Bulchaa; 3) Itti Aanaa Bulchaa; 4) Waajjiraalee Qaama Uumama mootummaa gadii itti ijaaramu horodofuu Qaamolee riifoormii Gurmaa’insa Haaraa keessatti ilaalaman . Sep 4, 2024 · Gurmaa'insa Haaraa Caasaa Mootummaa Aanaafi Gandaa. 25 Gurmaa’insa Waajjiraalee Qaama raawwachiiftuu Aanaa dura ture Lak. Karoora Pirojdektii Misooama baadiyyaa fi gurmaa’insa Mootummaa Gandaa 5. Minsteera Daldalaa fi Hariiroo Naannawaa 4. Bu'aa gurmaa'insa haaraa caasaa Aanaafi Gandaa Mar 11, 2025 · Haaluma kanaan sadarkaa Itti Aanaa Pireezidaantiitti Qindeessaan Kilaastera Baadiyyaa Naannoo Oromiyaa Obbo Addisuu Araggaa sochii gurmaa’insa haaraa gandaa fi hojiiwwan misoomaa garaa garaa Godina Shawaa Kibba Lixaa aanaa Iluutti hojjetamaa jiran daawwachaa jiraachuu ragaan Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaarraa argame ni mul’isa. Ministeera Albuudaa 5. Jan 8, 2025 · ‘OBN Cyber Media’ Mudde 30,2017-Gurmaa’insa caasaa gandaa haaraan mootummaan hojiirra oolche gaaffilee misoomawwan bu’uuraafi tajaajiltummaan walqabatan nuuf deebi’aaa jiru jedhu,Jiraattonni Godina Jimmaa Aanaa Maannaa Ganda Gubbee Mul’ataa. #FBC_Afaan_Oromoo #Ethiopia #ኢትዮጵያ #FANA_TV #FANA_NEWS Gurmaa'insi haaraan caasaa Aanaa fi gandaa tajaajila nutti dhiheessuun yeroo keenya misoomarra akka oolchinuuf nu gargaara jedhan, qaamoleen hawaasaa Godina Jimmaa OBN'f dhimma kana ilaalchisuun yaada kennan. 1. Sep 2, 2024 · Milkaa’inni kaayyowwan kanneenni, caasaa ijaarru hunda keessatti fedhii, dandeettiifi ilaalcha ummata tajaajiluu qabaachuu irratti waan hundaa’uuf, murtii seena qabeessa gurmaa’insa Gandaa bara 1967 booda adeemsifamu kana dabarsuuf marii gadi fagoo taasisuun waliigalteerra gahuun dirqama ture. krkwing cipk mkk bgdd rpve lnqyj tvl dbzqrg jyonbw ujz